Showing posts with the label Afaan OromooShow all
Ethio telecom Waan Haaraya E-SIM Jedhamu Beeksise

E-SIM Jechuun maal Jechuudha?  Faayidaan irraa argachuu dandeenyu maalidha? Ethio Telecom teknooloojii haaraa e-SIM jedhamu kan tajaajila bilbilaa SIM kaardii kanaan dura itti fayyadamaa turan malee fayyadamuu dandeessan ifoomse…

Youtube Irraa yeroo gabaabaa keessati Haala salphaan maallaqa Dalaguuf karaalee salphaa kudhan

Yeroo ammaa kana hojiin onlaayinii adda addaa baay’achaa dhufeera.  Yeroo muraasa hojjetan waan ta’eef, eessayyuu osoo hin deemin mana taa’anii hojjechuun waan danda’amuuf, baay’een isaanii amma madda galii dabalataa isaanii god…

Weebsayitii Mataa Keessanii Banattanii Yeroo Gabaaba Keessat Maallaqa Irraa argachuuf

Weebsayit Keessaniif Adsense Approval Argachuuf Tarkaanfiiwwan 10 Isin Ceesisuu Dandahan How to start a blog Blog gochuun maallaqa argachuu barbaadduu?  Yaada Guddaa! Kanaafuu, karaalee biloogii irraa maallaqa itti argatan hedduu…

Load More That is All